Dhaabbanni keessan Stevie® Awards for Sales & Customer Service kan bara 2026 (waggaa 20ffaa) kaadhimamummaa akka galchuuf affeerrerra. Tajaaajila maamiltootaa, guddina biizinasii fi ogeeyyiin gurgurtaa ciccimoon addunyaa kan qophaa’aan International Business Awards® fi American Business Awards® bebbeekamoodhani.
Badhaasa Stevie Awards bara 2026 gurgurtaa fi tajaajila maamiltootaa irratti mo’attoonni Amajjii 5 ni ifooma.Mo’attoonni sirna Ebla keessa magaalaa New York keessatti gaggeeffamu irratti beekamtiin ni kennama, bakka mo’attoonni irratti argamuun dirqama miti.
Quunnamtii
Stevie Award biyyoota addaa addaa keessaa bakka bu’oota ni qaba. Bakka buutonni kun biyyoota keessa jiran keessatti odeeffannoo tamsaasudhaan dhaabbileen badhaasa kana irratti akka hirmaatan godhu. Bakka bu’aan biyya keesssan keessa jiraachuuf dhiisuu adda baafachuuf as cuqaasi.
Yookin ammoo qindeessitoota teessoo armaan gadiitiin qunnamuu ni dandeessu:
The Stevie Awards
10560 Main Street, Suite 519
Fairfax, Virginia 22030, USA
Bilibilaa: +1 703-547-8389
Fax: +1 703-991-2397
Email: help@stevieawards.com