
Stevie Awards for Women in Business (waggaa 22ffaa) kan bara 2025 tiif dhaabbanni keessan kaadhimamtoota akka dhiyeessuuf isin affeerra. Sagantaan badhaasa biizinasii addunyaa jalqabaa keessumattuu dubartootaf kan qophaa’e qindeessitoota International Business Awards® fi American Business Awards® bebbeekamoodha.
Waraqaa ittiin ol seenan, akkaataa qajeelfamni waa’ee kaadhimatoota kee itti qophaa’uu fi galuu fudhachuu yoo barbaadde, email kee asitti galchi; nuti ammo deebisnee siif email goonaa. Seera icciitiitiin dhuunfaa ittiin eegamu cimaa ta’e waan qabnuuf email kee dhimma kamifuu yoo ta’e eenyufuu hin qoodnu. Fuula kana qofa afaan kanaan Marsariitii kana irratti argita. Akkuma waraqaa galuumsaa irratti argamu, fuulonni biroo kan jiran Ingiliffaani. Sababni isaa kaadhimummmaadhaaf galmaa’udhaaf afaan Ingiiliffaatiin akka ta’u waan barbaannef. Kuni ammoo ogeeyyiin biizinasii, addunyaa guutuu irraa adeemsa murtiichaa irratti akka hirmaataniif gargaara.





